header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

398: Nama rakkoo baasa jedhanii rakkotti oofuun akkam?

Estimated reading time: 1 min

Gaaffii : intala takka gargaaree mana isiin dalagdu keessaa baase miidhame rakkadhe isiin jennaani horii kuma shan baasee achii baase mana kidmaatii baasee gara biraa galchee eegasii bakka sanitti waan hin taane dalagdii malli kiyya maalii ?

 

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: baasi akkuma achii baafte sanitti .baasinsi ati duraan horii nama inni kaffalatee viizaa baasee intala biyyaa fidate san ati jalaa baafte sun sunilleen miidhama zulmii . Yoo isiin miidhamtellee worra isii miidhetu itti gaafatama malee gargaarsi ati gargaarte sun isiidhaa miidhaa ta’e . Sababaa san rabbiin jazaa kankee intalallee bakka isiin seente bakka lammataa sanitti rakkoo biraa isii irra buusee jechu . Inni tokko intala mana namaa dalaydu silaafuu mahrama malee biyyaa dhufuun isiituu diliidha akkasuma ganda haraamaa keessa waan haraamaa yoo dalgdu taate diliidha ,achirraa baasanii ganda biraa geeysuunuu dili waan akkanaa irraa fagaadhaa , namuu lubbuun nabaasii malee abaluunin mana abaluutii baasee abaluunin mana abaluu hojii galchaa , yaa obboleeyyan dhiiraa isinillee rabbi sodaadhaa, yaa ijoollee dubraa isinillee rabbi sodaadhaa , waan laaqamee jiru harka keessa hin kaayatinaa diliin Isin qabatti ta dabree ta boodaatu isin qabata rabbi sodaachuu qabdu

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 79

Kanas dubbisi!

399: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
397: Bishaan adiin yeroo garii aadaa dhiqadhee argu maali inni hukmiin isaa ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button