Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

400: Ajnabii wojjiin haajaadhaaf jedhanii manaa bahuun akkam?

Gaaffii : jaartii takkatu nama woyii wojji baatee hospitaala dhayxe mustashwaa deemtee edduu kanatti namichi haraama itti dalage

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: manaa bahuu keetiifuu ni gaafatamta hattaa yoo dirqiidhaan isii qabellee yoo humnaan isitti haraama dalagellee nama ajnabiitiin wojjiin manaa bahuudhaaf irraa gaafatamtaa , yoo dhukkubni kankee ammoo dhukkuba du’aa ta’e ambulaansiin jiraa , nama rahiimaa barbaadachuu qabdaa , dawwalachuu qabda malee nama ajanabiitiin wojjiin manaa bahuuni akka malee rakkisaadha kunoo kanaaf fatanaan haganaa nama qabataa jechuudha

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa