header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

403: Yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: namni horii xixiqqoo waan ma’anaa hin qabne taate arge humaa hin qabu san ifirraa nyaadhu waan akka riyaala shanii kudhanii akkanaa waan namni narraa buute jedhee hin barbaanne homaa rakkoo hin qabdu ,  yoo ammoo horii woyyaa qabdu taate seera luqaxaa qabdi namni waan lafatti bu’e lafaa fuudhe woggaa tokko guutuu itti gaafachuutu isarra jiraa , yoo immoo woggaa tokko guutuu gaafatee dhabe haa nyaatu , eegas booda yoo abbaan dhufe haa kafaluufii jedhan . Shari’aan akkas jetti

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 88

Kanas dubbisi!

404: Ramadaana keessa of tuttuqee maniyyiin narraa bahe akkam?
402: Abbaa ofii hamachuun maal qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. As wr wb Akkam jirtan qopheysitoota RNH fariyaa fi usmaan akkaasuma ergan salamtaa rabbii issiin irratii bufadhe gara iyyanoo tiyyatin issiin dabarsa ani maqa kiyya m.A ja.aama ani saganta teysan wagga 6 hordofaa turee akkaasuma kanin hordofeef barnootafi shariian eraa arkkadha akkaasuma araan tanaa kanin issiiniiti dhufee jiruuf rakko takka na mudaate rakkon tunii malii ani akka ilma nama tokkoti micciyoo takkan bilbilaan wal bare wajjiin hasawaa ola anis wa.ee jalaa mariiadhee naf hayaamte akkasiiti naf tatee jirta nan sifta.ee ja.ee gafadhee naf tatee nan ja.eetee akkasitii bilbilaan hasawaa hin oluu na biraa kotuu ja.ee marii.adhee tole nan ja.eete na biraa dhuftee bakkan an jiruuti akkasiti biyya ani jiru fi ta issiin jiracha turtee xiqo waliraa fagoodha akkasiiti yero issiin dhuftu anis matiin tiyya akkiramanii wan jiraniif anis eysuuma tokkon qaba issan marii.adhee achii eysumni kiyya harka qaleeyii wan taheef obboleysa kiyya tokko ka biyya araba jiruuti naf bilbilee itii hime achi obboleysi kiyya gamadee rakko qabu nin fusiisaa ja.ee mallaqa ergee achi eysuumni kiyya mangudoo fudhatee ganda issani dhaqee achii gandii issani dhufanii nikka nuf godhaan achii bodaa gammanee gandi issani nu eybisaani kutaan achi boda wani umamee nama gadisiftii miciyon tunii hanga nikkan nuf godhamuuti gammadudha achii erga nikaa nuf godhan miciiyo na wajjin hin hasoftuu turtee miciyon mal tatee ja.ee yeroon gafaadhuu naf hin debiiftuu turtee ergassii guyya tokko yeron alaa dhufuu issii bil hasoftuun harkkee mal tajaatuun itii dhufe ani jarsa hin qabu ganan heruuma jatee hasooftuun dhagahee achii ani jarsa kee mitii yeroon gafadhuu naf hin debiftu turtee achii anis irraa useetuma dhissee achii halkaan lama boda demtee haboo issi takka bira dheyxee ta nutii dhihoo bira dheyxee achii sahiba kiyya fudhe jala dhaqee debise miciyon mal tatee janee gafanee nafi sahibni kiyya gorse bira kute achi torbe takka boda kute anis ganda jala dhaqe hin jirtu nan ja.aan achi yero abban issi irra bilbiluu ani dalagan arkkadha dire dhawan jira jateen achi abban issii hin dhuftuu ja.ee gafatuu batii gutadheen dhufa jateen achii ana fidee dhufa demii nan ja.ee achi gale yeron torbe takka tahuu irratii bilbilee gafadhuu mal naraa qabda nan jatee nahikkii mariifi nafaqaa sifiin dhisaa nan jatii mal hagodhuu akka shariiya tenyaatii waniin godhuun walaalee galatomaa

Comment

Back to top button