Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

403: Yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa?

Gaaffii : yoon horii tokko karaa irraa arge maaliin godhaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: namni horii xixiqqoo waan ma’anaa hin qabne taate arge humaa hin qabu san ifirraa nyaadhu waan akka riyaala shanii kudhanii akkanaa waan namni narraa buute jedhee hin barbaanne homaa rakkoo hin qabdu ,  yoo ammoo horii woyyaa qabdu taate seera luqaxaa qabdi namni waan lafatti bu’e lafaa fuudhe woggaa tokko guutuu itti gaafachuutu isarra jiraa , yoo immoo woggaa tokko guutuu gaafatee dhabe haa nyaatu , eegas booda yoo abbaan dhufe haa kafaluufii jedhan . Shari’aan akkas jetti

 

Sheikh Alii Jimmaa