Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

420: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda’aa?

Gaaffii: Sunnaa waajibatti jijjiirachuu danda’aa yookaan waajiba sunnatti jijjiirachuu danda’aa eega itti seenee booda?

 

 

 

 

Deebisaa: Waajibniniif sunnaan walitti hin jijjiiramu. Hujiin tokko niyyaadhaan argama; hujii tana keessatti yoo dura niyyatanii itti seenan akka inni itti jijjiiramuu danda’uun hin jiru. Kanaafuu sunnaaf waajiba walitti dabaluun hin ta’u.

 

Sheikh Alii Jimmaa