Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

422: Qadaa soomaa ka yeroo dheeraa akkimitti baasan?

Gaaffii: Sababaa dhiiga aadaatiif sooma hin soomannee amata dheeraa dura qadaan narra jiraa hagam ta’eellee hin beekuu; soomaa soomuun hin ta’u aadaa wajjiin jechuu beeka malee qadaa hin baasanii hin beekuu amma maaltu narraa fedhamaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Qadaan deeynii Rabbii guddaatii baasuun dirqama eega barattee dhageessee booda baasuun dirqama. Yoo haga ta’e wallaalte qiyaasa gootee soomantee ta biraa istigifaara Rabbitti deebitaa towbaa goota jechu.

 

Sheikh Alii Jimmaa