Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

441: maallaqa osoo hin kafalin makiinaarraa bu’e maal godhuu qaba?

Gaaffii: Guyyaa tokko gaarii namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’ee jarrillee na hin gaafannee anillee irraanfadhee achumaan dabree?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Maqaa jaraatiin sadaqadhu. Yoo jara argitee itti hin kennine maqaa jaraatiin sadaqadhuu ufirraa baasi. Haala saniin yoo ufirraa baafte guyyaa qiyaamaa wanni sirraa fedhan hin jiru.

 

Sheikh Alii Jimmaa