Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

466: Intalti akka dhiiraatti heerumaaf dhiira filachuu dandeessii?

Gaaffii: Dhiirri tun karama barbaachisu cufaanuu intala takka fuudhuudhaaf oliin gadiin barbaada bifa adda addaatiin intala takka ta fuudhuu gahu itti gahuudhaaf sosso’a qaba. Mirgi intalti qabdu hoo gurbaa tokko ka fuudhuu feetu barbaaduudhaaf?

 

 

 

 

Deebisaa: Hukmii shariyaa keessatti akkuma ilmi dhiiraa tokko intala dhalaa takka waan irraa jaalatu dhaabbata isii haa ta’uu huma ilmi dhiiraa intala dhalaa irraa jaalatu intalti dhalaallee irraa jaalachuu qabdi. Atis ilma dhiiraa tokko duubas deemtee karaa inni hin beeyneen duuba isaa qorachuun, isa gaafachuun, waan inni ta’e ufirraa barachuun, isa duuba badii jirtus keessa hubachuun akkuma dhiirri dhalaa laallattutti dhalaanillee dhiira laallachuu dandeetti.

 

Dr. Liwaa’ul Islam