Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

469: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?

Gaaffii: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo weellistuu taate haraami, yoo  waa barsiiftuu taate halaal, yoo waa gaafachuu taates halaali, yoo nama gorsuu taates halaali. Beerri nabii keenyaa ? eega nabiin keenya du’an sahabotatti waa himaa turan. Yeroo nabiin jiranillee dhalaan waa gaafataa turan.

 

Dr. Liwaa’ul Islam