Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

471: Khuxbaa irratti yoo masjiida seene ni taa’a moo sunnaa salaata?

Gaaffii: Hoggaa masjiida ol seene hoggaa imaamni khuxbatti jiraate ni taa’a moo tahiyyaan salaata?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Hoggaa masjiida olseentan imaama khuxbaa qara’uu hin taa’inaa tahiyyaa masjiidaa salaataa. Nabiin Rabbii akki jedhe ? namni tokko hoggaa masjiida ol seentan hamma tahiyya masjiidaa irra buufattanitti gad hin taa’inaa jedhe. Yeroma salaata Asriif zuuhriif salaata dhibiituu yoo si’ii azaananii masjiida seentee sunnaa salaata salaatte hoggaa kana tahiyyaan tee asuma keessatti suuf guutamti.

 

Dr. Liwaa’ul Islam