Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

473: Nama Ramadaanarraa guyyaa duraa qofa soomanee du’e qadaa irraa baasan moo akkami?

Gaaffii: Abbaan kiyya seensa soommanaa irratti guyyaa tokko qofa soomee gara aakiraa deemee akkam irraa soommanna moo akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Soommana akkam namarraa soommananii soommana akkam namarraa sommanu hin dandeenyee namni barachuu qaba. Hoggaa soommanni seenetti namni tokko yoo fayyaa dhabe fayya dhaba kana keessatti nyaatee dhuguu ni danda’a halaali isaaf. Hoggaa Ramadaanni bahe booda yoo fayye, isaa fayyee Ramadaanni kuun yoo itti dhufee yoo namni kun addunyaa irraa deeme warri isa dhaalu isarraa soommanuun isaan irratti dirqama. Maaliif jennaan dantaa dhabee taa’e jechu yeroo fayyaa argatetti. Ammo nama tokko soommanni itti seenee osoo fayyaa hin argatin yoo Ramadaana kana keessa du’e takkaahuu ramaadaarraa ala bahee dhukkubni walitti dhaabbatee yoo osoo hiree hin argaitn du’e waa takkallee isarratti hin jiru.

 

Dr. Liwaa’ul Islam