header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

494: Wallee siyaasaadhaa dhageeyfatuun hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokko yoo wallee siyaasaa ta muuziqaa qabdu dhageeyfate maaltu irra jira?

 

 

Deebisaa: Ta duraatii walleen bu’uura takkaahuu gundoo zinaati. waa hundatti ta nama kaaftu walleedha. Walleen tun wal dabarti. Wallee uumaa dhalaatiifi qaama isiitii fi waan adda addaa himtu; akkumasan dhiiraas ka akkanaa ka akkanaa ta jettu intalti dhalaa hoggaa walliftu; ta akkanaa tun cufti haraama. Walleen siyaasaa akka miirriysaa, akka dadiisaa yoo muuziqaan wojjiin jiraachuu baatte dhageeffachuun waa takkallee hin qabu. yoo muuziqaa qabaatte dhaggeeyfachuun dhoorkaadha.

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 582

Kanas dubbisi!

495: Mana namni irraa du’e hanga yoom waa nyaachuun dhoowwama?
493 :Waan nama cinqe ajjeesuun hukmiin isaa akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button