Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

507: Tafsiira beekanii qara’uu fi akkasumatti qara’uun garaagarummaa qabaa?

Gaaffii: namni tokko ka qur’aana wojjiin qara’uu fi ka tafsiiraa wojjiin beeku kamtu irra caalaa woldhabbii qabaa?

 

 

 

 

Deebisaa: wolumaa galattuu qur’aanni kalaama rabbiiti . Kalaamnj rabbii kalaama, takkaayuu qubeen qur’aanaa qubee biraatiin wojjiin woldhabbiin , qubee qur’aanaa a jettee harif qarfii takka jechuudhaaf ajrii kudhan qabda. aliif lam hogga jettu harfii sadihii sadiin kun adda addaan qabdi jechu , tanaaf jecha quraana beekuun qara’uun ajriin isaa harfii rakka irratti ajrii kudhan qabdaa beeku . Ma’anaa wojjiin barannaan inni qur’aanuma tahee worreen  ma’anaa qur’aanaa baratee itti hojjatu ulamaa’ii keessa galti ajriin ammoo akkuma tokko garuu woldhabbiin beekkumsa qur’aanaa baratuun kee darajaa si olfuudha jechu. Tafsiiraan kalaamni rabbii harfiin akkuma hoggaa namni tafsiira hin beekne qara’eetti harfii irratti ajrii argachuun kee akkasuma

 

Dr. Liwaa’ul Isalam