Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

511: Magriibaaf ishaa’ii jam’ii godhee akkamitti salaata?

Gaaffii : imaltuu deemee salaata magriibaatii fi ishaa’ii wolitti qabe , salaata magriibaa raka’aa lama salaatee salaammadhee achi booda ishaa’iillee raka’aa lama salaate.

 

 

 

Deebisaa: salaata hoggaa wolitti qabdu salaata magriiba ishaa’ii irra geeysite moo,  salaata ishaa’ii magriiba irra fidde (salaata hin gahin ka gahe irra fidde moo salaata gahe ka hin gahinitti geessite)? , magriiba ishaa’ii irratti salaata jettee yoo karaa deemte wonni dura salaatuu qabdu magriiba , ishaa’ii booda itti aansita . ammoo salaata magriibaa yoo raka’aa lama salaatuu kee if beeyte itti deebitee guuttachuu qabda .

 

Dr. Liwaa’ul Isalam