Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

529: Haadha tiyya ta islaama hin taane laaluunii ni danda’aa?

Gaaffii: Haati tiyya anaa diqqaa biyyaa na ariitee eega biyyaa fagaadhee islaama ta’ee haadha tiyya ta biyyaa na ariite sani laaluu ni danda’aa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Haati tee kaafirallee taatu, warri keessan kaafirallee ta’u keessaahuu haadhaaf abbaa kankee manxanfatuu qabda. Waan dandeettuun ka diinaa kankee madeessuu hin dandeenneen isaaniif tola ooluu ni dandeessa. Daliilli Asmaa bintu abubakar obboleettii Ayishadha Rasuula Rabbiititti dhufte madiinaadhatti. Wanni jetteen haadha tiyyatu ta kaafiraa magaalaa makka irraa kaatee natti duftee akka ani isiidhaaf tola barbaadu barbaaddi maal ta’aa jette. Haadha tanteetiif tola oolii jedheen Rasuuli ?. anillee akkasuma siin jedha haadhaaf abbaa kankeetii tola ooli.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif