header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

536:  Sooma namaaf soomuun ni danda’amaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Abbaan kiyya qaari’ee jira Rabbiin haa maaruu, soomaa amata tokko irraa qaban ummaa tiyyarraa.

 

 

 

 

Deebisaa: Sooma irraa qaban sani baasuu qabdi qadaa sani. Amata tokko ta’ee afur ta’ee qadaa ramadaanaa hunda baasuu qabdi. Maaliif jennaan deeynii Rabbiittu isii irra jiraa jechu. Deeynii Rabbii ka isii irra jiru san ufirraa haa kafaltuu. Nama manguddoo soomana hindandeenne yoo taate kaffaaraa irraa haa baasanii. Nama soddomaa nayaata haa nayaachisanii. Nama soomana qabu faxara/ lulluqqii kennaniif.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 63
Views: 5557

Kanas dubbisi!

566: Ayyaana Yuunivarsiitii keessatti kabajamurratti hirmaachuun akkami?
534: Ilmaan eessumaa ajnabiidhaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. Ollaa kiristaana koo ayyana amantii isaa irratti
    1. Baga siin gahe jechuu danda’a
    2. Badhaasa/kennaa geesu danda’a

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button