Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

551. Ijoollee xixiqqoo akka soomaniif dirqisiisuun ni tahaa?

Ijoolee xixiqqoo umriin isaanii hin gahin guyyaa walakkaa, yoo danda’an akkasumas yoo fedhii qabaatan ammoo guyyaa garii guutuu akka sooman jajjabeessuudhaan barsiisuun ni danda’ama. Haata’u malee ijoollee umriin isaanii hin gahin fedhii isaanii malee dirqisiisuun hin tahu. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir