Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

555: Dubartiin takka osoo qadaan soomaa irra jiru yoo duute maatiin maal godhuu qaba?

Dubartiin sababa dhibeetiin yookaan ammoo sababa dahiinsaatiin somanni jalaa dabre, qadaa baasuu qabdi. Osoo qadaa kana hin baasin yoo isiin duute, qadaa hanga isii irra jiru maatiin irraa baasuu qaba. Kunis irraa nyaachisuun yookaan ammoo irraa soomuudhaan baasuun barbaachisaadha. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir