Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

651: Harka bitaatiin tasbiiha godhuun hayyamamaa?

 

Nabiin keenya waan hunda keessatti mirgaan eegaluu jaalata. Kophees haa tahuu huccuufi tasbiiha, nyaataa fi waan hundaahuu mirgaan dalaguu jaalata. Tanaaf jecha tasbiiha harkuma mirgaatiin godhutu irra jaalatama. Garuu ammoo yoo uzrii qabaattee harka bitaatiin gootes hin dilooytu inshaa Allaah! Rabbiin sirraa haa qeebalu!

 

Dr. Liwaa’ulislaam