Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

652: Jaartii ofii keessummaa duratti waliin nyaachuun akkami?

 

Yaa Gabrittii Rabbii! Muslima tahuu keessaniin, seerri atii fi inni ittiin bultan seera Rabbii tahuu qaba. Kanaaf ati Abbaa Kee, Adeera Kee, Abbaa Jaarsa keetii, Akaakoo kee, Obboleewwan kee,  Eessuma keetii fi ilmaan kee yoo hin tahin nama dhiiraa biroo waliin walitti laaqamuun dhoorkaadha. Innis akkasuma, abbaa isaa, ilmaan isaa yoo tahe malee nama biroo wajjiin dirqiin si nyaachisuun dhoorkaadha. Islaamummaan wanti walitti makamuu irraa dhoorkituuf, badii booda dhuftu irraa ilma namaa tiksuuf tahuu beekuun barbaachisaadha.

 

Dr. Liwaa’ulislaam