Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?

 

Daa’ima dhalatte irraa rifeensa haaduun waanuma Nabiin keenya (SAW) itti nu ajajani. Daa’imni dhalattee torbaanitti, rifeensa mataa irraa haaduun, maqaa baasuunii fi haqiiqaa irraa baasuunis waanuma Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- itti nu ajajani.

 

Dr. Liwaa’ulislaam