Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

687: Sujuuda Sahwii (Sujuuda irraanfii) booda ni salaammatanii?

 

Deebisa: Sujuudni Sahwii salaata irraa  raka’aas haatahu waan biraa yoo irraanfatanii waa hir’isan yookan ammoo yoo waa itti dabalan sujuuda godhamu. Salaata keessatti waa yoo dabaltee jraatte, Salaata xumurtee eega salaamattee booda, ammas sujuuda lama buute hoggasuma salaama baafatta jechu. Yoo salaata keessaa waa hir’iste ammoo attahiyyaata xumuraa eega qaraatee booda sujuuda lama buutee salaamatta jechuudha. Kana jechuun sujuudu sahwiin qaama salaataa taha. sujuuda sahwii booda ni salaamatta jechuudha.

 

Dr. Liwaa’ulislaam