header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

34: Gorora namaa dawoomaaf fayyadamuun ni dandayamaa?

Estimated reading time: 1 min

Gaafii: Ganda Arabaa tokkoon dalaga, ummanni Arabaa kun yeroo cufaahuu duaaii ykn wadaaja ykn waliimaa godhan. Nama hedduu dhiiraaf dhalaa bikka tanatti yaamanii, waan warri yaamaman kun shaayiifii buna irraa dhugan burcuqqoo keessaa walitti naqaa waan akka barmiilaa takkahuu saafaa takkatti walitti qabaa nuun je’an. Achitti walitti naqneefii mana kaayyatanii irraa fayyadaman. Hukmii shariaatti wanni kun maali?

 

Deebisaa: Yaa gabritti Rabbii namni gariin hogguu waa siin je’u maashaa Allaah jechuu hin beeku. Nama tokko ka ija isaa shakkan tufsiisuun humaa rakkoo hin qabu. Gaaf tokko namni tokko ummata wajjiin karaa deemu afaan dhufee nama fuula bareedaa qabu tokkotti dubbate. Eeganaa nama saniin adda yaa’anii namni sun lafa dhahe. Akkasitti qabanii Nabii Rabbitti ? geessanii nama tokkotu nu afaan dhufee akkana je’e jennaan dafaa nama san dhaqqabaa je’ee nama san fidanii itti tufsiisan. Kanaaf jecha kanarraa daliila fudhatanii, gorora nama shakkan sanii kophatti jechuunii waan qaanfataniif, dhalaa ta’us dhiira ta’us waliimaa tana keessatti yaamanii waan inni itti dhuge san akka itti fayyadamaniif akkas godhanii hukmii shariaa keessatti humaa hin qabu.

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 321

Kanas dubbisi!

47: Mana yataamaa seenanii nyaachuun akkami?
32: Haadhaafi abbaa kiyyarra eenyuun irra gargaaruu qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button