header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

77: Haadha warraa hin salaanne wajji jiraachuun ni tahaa?

  • Home
  • Bultii
  • 77: Haadha warraa hin salaanne wajji jiraachuun ni tahaa?
Estimated reading time: 1 min

Gaafii: Jaarsaafi jaartiin keessaa yoo jaartiin ibaadaa qabaatte, jaarsi ibaadaa hin qabaanne tokkoon isaan lamaanii ibaadaa qabaa, ka ibaadaa hin qabne sun ibaadaa nama kaanii ni miidhaa?

 

Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii wanni guddoon sirraa hafte jaartiin salaattu nama hin salaanne wajjiin jiraachuu ni dandeessi maaliif hin jenne? Jaarsi ibaadaa qabu jaartii ibaadaa hin qabne waliin jiraachuu danda’aa? Bakka salaata walii ni miidhanii jettee gaafattu kana odoo akkanatti gaafii diriirtuu kennitee. Waliin siif qixxeessa. intalli Muslimaa ta ibaadaa qabdu takka jaarsa hin salaanne waliin jiraachuunuu haraami; wajjiin rafuun haraami; isallee kaddamuun haraami. Maaliif? isiin Muslimaa inn kaafira jechu. Yoo ammoo munaafiqa salaanni itti qaqqadaahu ta’e kun ammoo daandii munaafiqaa gubbaa jiraa gorsatti haajama. Warren salaata qaqqadeessu kana kufrummaa hin kenninuuf. Kanaafuu kana wajjiin jiraachuu ni dandeessi. Namtichi ufii ibaadaa qabu ka jaartiin ibaadaa hin qabne ammoo salaata isaa isiidhaa mitii ta qeebaltu; Rabbii tokkicha. Isiin salaata isaa wama takkallee hin miitu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 323

Kanas dubbisi!

78: Haadhaafi abbaa kiyyaa yoon addaan baase rakkoo ni qabaa?
56: Haadha warraa tiyyarraa hangam turuutu naaf hayyamama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button