Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

88: Ilmoon baatii jahaa yoo namarraa baate maal godhan?

Gaafii: Ilmoon baatii jahaa namarraa yoo baate hukmiin isii maali?

 

Deebisaa: Ta duraatii ilmi namaa uumaan itti eegalamuun qaamni nama gurraaf karaa foonii irraa eegalamuun guyyaa saddeettamii tokko, Ruuhiin itti afuufamuun karaa baatii afuriiti. Ta baatii jahaa akkuma nama ilmoo dhaleeti nifaasilleen irratti jirtii hin salaattuu hin soomantu. Akkuma xahaaraan isii dhufetti xahaarachuudha qabdi. Ilmoon tun ilmoo uumaan guutuun itti uumamte ilmoon baatii jahaa wamaa hin hafne jecha dhaliinsaaf baatima sadiif afurtu hafe jechu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam