Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

46: Osoon itti hin yaadin nama dhungachuun Soomana Balleessaa?

Gaafii: Eega biyya dhaqee intalti ollaa ta ajnabiidhaa takka oluma seentee narra buutee akkuma aadaa biyya teenyaatti na dhungatte. Anis  isiin ufitti na qabnaan numan dhungadhe. An ammoo yeroo san soommanan afaanii qaba.

 

Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii, ajnabii harkaanuu qabachuun haraami; dhungachuun waan biraati. Garuu ammoo waan kana ati niyyattee waan hin hojjatiniin, Rabbiin siif araaramaa araarama kadhadhu. Dhungoo saniif jecha soommanni kee hin badu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam