header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Godina Arsii Bahaa aanaa Saguree ganda Lolee Abosaraatti lammiilee Oromoo Naannoo Somalee irraa buqa’aniif deeggarsi godhame.

Godina Arsii Bahaa aanaa Saguree ganda Lolee Abosaraatti lammiilee Oromoo Naannoo Somalee irraa buqa’aniif deeggarsi godhame.

Deeggarsi kun lammiilee Oromoo naannoo Somaalee irraa qe’ee fi qabeenya isaanii  irraa buqqifamuun aanaa Digaluu Xiyyootti argamaniif kan walitti qabame yoo tahu, deeggarsa midhaan kuntaala 70 fi birrii 35,000 kan godhame tahuu odeeyfannoon naannawa Irraa nu gahe ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button