Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Guutuu Oromiyaatti Lagannaan Gabaa Gaggeeffamaa oole.

Guutuu Oromiyaatti Guyyaa 2ffaatiif Lagannaan gabaa gaggeeffamaa oole. Magaalota muraasa keessatti waranni waraanni mootummaa ummata dirqamsiisee dukkaana bansiisee jira. irra hedduu magaalotaa keessatti garuu guyyaa 2f daldalli hin jiru.  tajaajilli geejjibaatis addaan citee jira.

Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close