header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Haleellaa Masjiidoota irratti raawwatame hordofuun magaaloota gar garaatti Hiriirri mormii geggeeffame

Haleellaan Masjiidoota naannoo Amaaraatti kaleessa galgala raawwatame Ummata muslimaa biyyaatti dallansiisee jira, guyyaa har’aa magaaloota gara garaatti ummanni muslimaa dhadannoo gara garaa dhageesisuun Hiriirri mormii geggeeffamu odeeyfannoon ni addeessa.

Magaalaa Finfinnee Masjiida Nuur fi masjida Awaaliyaatti ummanni Salaata Zuhrii booda, mootummaan haleellaa masjiidoota irratti raawwatamu jiru kana akka dhabsiisu gaafatame, Haaluma walfakkaatuun magaalaa Jimmaatis ummanni lakkoofsaan guddaa tahe dhadannoo garagaraa dhageessisun hiriirri mormii geggeeffame jira.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button