Hawaasni Muslimaa Magaalaa Sanbatee Ulamaa’ota biyyatti deebi’an haala hoo’aan simate

Naannoo Amaaraa Zoonii Oromoo Aanaa Jillee dhummuggaa magaalaa Sanbateetti, hawaasni muslimaa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa dhiheenya biyya alaa irraa galan Sheikh Idriis Dagaanii fi  Sheikh Muhammad Zayn Zahraddiiniif simannaa hoo’aa kan godhan tahuu maddeen gabaasan.

 

Ulamaa’onni gurguddoon fi hawaasni muslimaa Magaaloota adda addaa irraa gara magaalaa Sanbatee imaluun  simannaa kana irratti kan hirmaatan tahuu odeeffannoon ni addeessa.

 

Comments
Loading...