header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoggantoota Mana marii dhiimmoota Islaamummaa Naannoo Somaaleetif leenjiin hubannoo hoggansaa cimsu keenname

Leenjiin kun mana marii dhiimmoota Islaamummaa naannichaatin kan qophaa’e yoo ta’u, caasaa hoggansa mana marichaa sadarkaa gadii irraa hanga naannootti jiraniif guyyoota lamaaf Bitootessa 23-25/2013 magaalaa Jigjigaatti kan keenname ta’u gabaafame.

Prezdaantiin mana marii Naannichaa  Sheekh Ahmad Abi Mattaan, leenjiichi, Adeemsa hojii mana marichaa kan foyyeessuu fi bifa ammayyaan hawaasa tajaajiluuf kan deeggaru ta’u ibse.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button