header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hojjattoonni Mootummaa Godina Arsii Lixaa fi magaalaa Shaashamannee Haaj Hasan Gammadaa Ziyaaran

Hojjatoonni muslimaa waajjiraalee mootummaa keessa hojjatan kunniin Ziyaara isaanii kan geggeessan Sabtii kaleessa yoo tahu, aalima keenya guddaa Haaj Hasan Gammadaatiif gumaata qarshii 20,430 godhaanii jiru. Sagantaa Ziyaara kana irratti Sheikh Alii Buttaa fi Gootni Oromoo Jeneraal Daraaroo Guyyoo argamuun gumaata kana hojjattoota mootummaa irra fuudhuun Haaj Hasaniif keennaniiru.

Dhuma irrattis Sheikh Alii Buttaa fi Jeneraal Daraaroo Guyyoo Hojjattoota kanaaf dhaamsa dabarsaanii jiru.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button