header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hojjattoonni Warshaa Buskuutii Cheraaliyaa lolaadhaan fudhatamanii turan lubbuun baraaraman

Magaalaa Finfinnee naannawa Aqaaqiitti lolaa muudateen Konkolaataan hojjattoota Warshaa Buskuutii Cheraaliyaa fe’atee imalaa ture galaanaan  liqafamee kan ture tahuun beekameera. Ogeessi kominikeeshiinii Abbaa Taayitaa Ittisaa fi To’annoo Balaa Tasaa fi Ibiddaa obbo Silashii Tasfaayee akka jedhetti, konkolaatichi akkuma hojjattoota fe’ateen lolaa tasa dhufeen kan liqimfame yoo tahu, Helikoptarri humna qilleensa Ityoophiyaa fi daaktuun abbaa Taayitaa ittisa balaa Tasaa Carraaqqii cimaa godhaniin lubbuu namootaa baraaruun danda’ameera. Haata’u malee Konkolaaticha baasuudhaaf yaaliin godhame hin milkoofne.

lolaa Aqaaqii

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button