Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoogantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee to’annoo jala oolan

Haleellaa Boombii Hiriira irratti raawwatameen walqabatee qorannoo geggefamaa jiruun, Itti aanaa Komishiinarii dabalatee hooggantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee sagal too’annaa jala oolan.
 
Gama biraatiin ammoo muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Itti aanaan muummicha ministeeraa Obbo Dammaqe Makonnin gara Hospitaalota Xiqur Anbassaa fi Zawudituu imaluun namoota miidhaman jajjabeessanii jiru.
 
Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close