header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-Barruu

Ibaadaan Qeebalamuuf ulaagaa qabdii?

Eeyyeen ulaagaa sadiin Ibaadaan Qeebalamti.

1. Rabbitti amanuu(tokkichoomsuu)

2. Rabbi qofaaf godhuu

3. Akka ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) dalaganitti raawwachuu qabna.

Eegaa Rabbitti amanuun hunda dursiti. Kan Ibaadaa haqa godhatu Allaah qofa. Kan Ibaadaa(dalagaa gaarii) Qeebaluufi Jannataan galata namaaf galchu Rabbi. Rabbiin akkaataa Ibaadaa itti goonu Muhammad irraa akka barru, isa akka hordofnu nu ajaje. Hojiin ergamaa Rabbii Muhammad(SAW) irraa nu hin gahin Ibaadaa hin taatu.

Rabbitti amannee, dhaamsa Ergamaa Rabbii hordofnee, yoo qulqulleessinee Rabbi qofaaf Ibaadaa goone Rabbiin nuuf Qeebala. Yaa Rabbi nuuf Qeebali.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button