KoroonaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii 3166 gahe

Ministeerri Fayyaa sa’aatii 24 dabraniitti qorannoo COVID-19 namoota 5644 taasifame jidduu, namoota 268 irratti Vaayiraasiichi argamuu fi, Namoonni 8 ammoo du’uu beeksise.

Namoota vaayrasichi irratti argame keessaa 232 Finfinneerraa, 5 naannoo Hararii, 8 naannoo Amaaraa, 6 naannoo Tigraay, 2 naannoo Kibbaatii,12 naannoo Oromiyaarra, 2 naannoo Affaar, 1 naannoo Beenishaanguul Gumuuz ta’uu ibsameera.

Walumaagalatti hanga ammatti lakkoofsi namoota qabamanii 3166 yoo ta’u, namoonni 55 du’uu fi 495 immoo dhibee kana irraa bayyanachuu odeeyfannoon ni addeessa.

Show More

...

Back to top button