header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Itoophiyaatti Namni Vaayirasii Koroonaan qabame kan biraa tokko argamu Ministeerri Fayyaa beeksise

Namni guyyaa har’aa dhibee kanaan qabamuun mirkana’e dubartii umrii waggaa 65 namoota vaayrasichaan qabaman waliin tuttuqaa qabdu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsite.

Dubartiin umrii waggaa 65 tun yaala dhibee biroof Hospitaala yeroo deemteetti, mallattoon dhibichaa irratti waan muul’ateef qorannoo taasifameen dhibichaan qabamuun isii kan mirkanaa’e.

Yeroo ammaa Ityoophiyaatti namoota vaayrsichaan qabaman 44 keessa namni tokko haalan dhukkubbii cimaa keessa jiraachuu ibsame.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button