header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Itti gaafatamaan sabqunnamtii Biiroo Haqaa Oromiyaa hidhame.

Itti gaafatamaa Sabqunnamtii Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa ganama har’aa komaand postiin wajjira isaa keessaa qabamee kan hidhame tahuun beekame.

Obbo Taayyeen ajjeechaa waraanni makkalakayaa Mooyyaalee keessatti raawwate dogongoraan kan raawwatamee miti, kan itiyaadame jechuun miidiyalee akka VOA fi DW yaada isaa kennaa ture.

Obbo Taayyeen kanan duras mootummaa ADWUI’n yeroo tokko waggaa 3’f yeroo lammataa ammoo waggoota 7’f mana hidhaa ture.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button