Namoonni iyyannoo ergattan sadarkaa iyyannoon keessan irra jiru asirraa hordofaa. lakkofsa telefoona keessanii irraa dijiitiin afran dhumaa asirratti katabamee jira. lakkofsa saniin iyyannoon keessan kam akka tahe adda baafachuu dandeessu.
OPEN: jechuun iyyannoo keessan laallee jirra jiru.
IN PROGRESS: Iyyannoon keessan akka sagantaa radiotiif tahutti edit godhamutti jira.UNDER REVIEW: jechuun iyyannoon keessan madaalamutti jira jechu.
ON HOLD: Iyyannoon kee ifa nuuf hin taane, hanga qulqulleeffamutti ni tursiifama.
APPROVED: Fudhamta argate
REJECTED: Kuffifame (iyyannoon ulaagaa hin guunne ni kuffifama.
COMPLETED: Xumuramee qilleensarra oole
Lakkofsa galmee iyyannoo keessaniitis asumarraa galmeeffadhaa. GIY jechuun galmee iyyannoo lechuudha.