header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Akhlaaqa

Jannatni nama amala gaarii harkifti, azaabni ammoo faallaa saniiti

Rasuulli Rabbii (SAW) maaltu heddumminaan jannata nama seensisa jedhamanii gaafatamnaan akkana jedhan: “Irra hedduu wanni jannata nama seensaa taqwaa Rabbii qabaachuu fii haalaafi amala toluudha,” irra guddaan waan azaaba nama seensisu hoo jedhanii gaafannaan “arrabaa fi qaama saalaati”jedhan.

حَدَّثَنَا أَبُو كُرَيْبٍ، مُحَمَّدُ بْنُ الْعَلاَءِ حَدَّثَنَا عَبْدُ اللَّهِ بْنُ إِدْرِيسَ، حَدَّثَنِي أَبِي، عَنْ جَدِّي، عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ، قَالَ سُئِلَ رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم عَنْ أَكْثَرِ مَا يُدْخِلُ النَّاسَ الْجَنَّةَ فَقَالَ “”” تَقْوَى اللَّهِ وَحُسْنُ الْخُلُقِ “”” “.” وَسُئِلَ عَنْ أَكْثَرِ مَا يُدْخِلُ النَّاسَ النَّارَ فَقَالَ “”” الْفَمُ وَالْفَرْجُ “”” “.” قَالَ أَبُو عِيسَى هَذَا حَدِيثٌ صَحِيحٌ Øَرِيبٌ وَعَبْدُ اللَّهِ بْنُ إِدْرِيسَ هُوَ ابْنُ يَزِيدَ بْنِ عَبْدِ الرَّحْمَنِ الأَوْدِيُّ “.”

Jami` at-Tirmidhi 2004/Hadiisni Sahiiha

Warra arraba ifiitiifi qaama saalaa haraam irraa tiyfatee haalaa fi amala gaariin jannatni simattu nu haa godhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button