header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli hooggantoota Oromia Midia Network Qondaaltota Mootummaa Naannoo Amaaraa waliin mari’atan

Gareen hooggantoota dhaabbata Oromia Media Network Obbo Jawaar Muhammadiin durfamuu kun, har’a gara naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar imaluun qondaaltota naannichaa waliin mari’ate. Miseensonni Jila kanaa Xinxalaa Siyaasaa fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad dabalatee, Profeessar Isqeel Gabbisaa, Obbo Eliyaas Ibsaa, Obbo Kitaabaa Magarsaa,Obbo Darajjee Hawaaz, Obbo Abboomaa Tarfaasaa fi Gaazexeessitoota OMN kan hammate yoo tahu, dirree xayyaara magaalaa Bahir-Daritti hooggantoota mootummaa naannichaatiin simannaan hoo’aan kan godhameef tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button