header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Jilli mootummaa Ityoophiyaa Muummicha Ministeeraa Dr. Abiy Ahmadiin durfamu Chaayinaa seene

Jilli Dr Abiyyiin durfamu kun Foramii Belt Road Initiative jedhamu kan April 25-27tti Beejiingitti gaggeeffamu irratti hirmaachuuf kaleessa galgala garisitti imale. Projektiin Chaayinaa Belt Road Initiative jedhamu kun waggoota 5 dura kan eegalame yammuu ta’u, kaayyoon isaa daandii dheeraa Chaayinaa irraa ka’uun biyyoota Eeshiyaa, Afrikaa fi Awrooppaa heddu wal qunnamsiisu ijaaruudha.

 

Chaayinaan Projektiin kun biyyoota keessa qaxxaamuru hunda kan fayyadu ta’uu ibsiti. Haata’u malee mootummaan Chaayinaa projektiiwwan biyyoota Afrikaa keessatti ijaaraa tureen wal qabatee, biyyoonni heddu liqii humnaa ol tahe kaffaluu dadhabuun dhaabbilee isaanii Chaayinaaf dabarsanii kennaa jiru.

Daandii Chaayinaa.png

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button