header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli Sheikh Tamaam Muktaariin durfamu lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe

Jilli kun godina Harargee bahaa aanaa Jaarsoo irraa gara Aanaa Cinaaqsan imaluun, ummata waraana Liyyuu Poolisii naannoo Soomaleetiin qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqifame ziyaaree jira. Deeggarsa maallaqaa birrii 100,000 fi Dinnichaa Makiinaa 3 ummata buqqa’eef kan geesse tahuu odeeyfannoon argame ni ibsa.

Dabalataanis kun ummata Aanaa Cinaaqsanitti manneen irraa gubateef deebisee ijaaruuf waadaa kan gale tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button