header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli Ulamaa’ota biyya alaa irraa dhufanii ummata waliin marii geggeessaa jira

Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa biyya alaa jiraatanii torbaan tokko dura gara biyyaa dhufuun ni beekama. Jilli kun jijjiirama yeroo ammaa biyyattii keessatti  dhufeen wal qabatee,  dhimmoota adda addaa irratti kutaa biyyaatti gara garaa keessa deemuun ummataa fi qamoota mootummaa waliin marii kan geggeessaa jiran yoo tahu, hardha magaalaa Hararitti simannaan ho’aan godhameefii jira.

 

Haaluma kanaan Jilli kun galma Calanqootti ummata waliin marii geggeessaa jira. Ummanni marii kana irratti argames majliisni seeraan alaa aangoo akka lakkisu jechuun balaaleffannaa dhageessisuun beekameera.

 

2 Comments

  1. Maashaa alla maashalla

    ماشاءاللہ

    ماشاءاللہ

    ماشاءاللہ
    الله أكبر

    الله أكبر

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button