Uncategorized
Jilli Ulamaa’otaan Durfamu Lammiilee Naannoo Somaalee Irraa Buqqa’an Ziyaaran
Jilli Ulamaa’otaan Hogganamu kan lammiilee naannoo somaalee irraa buqqa’an daawwachuuf imale, nagayaan qubatee ziyaaraa eegalee jira. ALHAMDULILLAAH
Advertisements