header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Kitaabni Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin Qophaa’e Eebbifame

Kitaaba Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e kana qopheessuu irratti Ulamaa’onni hedduun kan irratti hirmaatan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee galma Jiddu gala Aadaa Oromoo keessatti kan eebbifame tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Sagantaa Eebba kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, Daa’iiwwan fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu tahe argamuun qooda kan fudhate tahuun beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button