Haaraya
- 724: Obboleessi Jaartii Tiyyaa Hedduu na Jibba. Akkam godhuu qaba?
- 723: Namni mana na wajji kireeffate muuziqaa dhageeyfata
- 722: Intalti an jaaladhee fuudhe Durbummaa hin qabdu. Akkam godha?
- 721: Namni tokko mallaqa na bira kaayatee dhabame, akkam godhuu qaba?
- 720: Gabbarri hukmii shari’aatti akkami?
Aqiidaa 27
- 682: Ummanni Nabi Muhammad SAW dura turan shahaadaa akkamitti jedhan?
- 654: Nama raagu bira dhaqanii dawaa fudhachuun akkamitti laallama?
- 627: Qabrii Dhiquun akkamitti laallama?
- 618: Islaamummatti Seenuuf Masjiida Dhaquun Dirqamaa?
- 607: Ollaa amantii biroo hordofu wajji akkamitti jiraatan?
Bultii 78
- 724: Obboleessi Jaartii Tiyyaa Hedduu na Jibba. Akkam godhuu qaba?
- 716: Dubartiin jaarsaan na hiiki yoo jetteen diliin isii maali?
- 679: Haadha Warraa Dhungachuun Wuduu’a Namarraa Diigaa?
- 670: Nama ibaadaa hin qabne waliin jiraachuun akkami?
- 652: Jaartii ofii keessummaa duratti waliin nyaachuun akkami?
Dubartii 177
- 722: Intalti an jaaladhee fuudhe Durbummaa hin qabdu. Akkam godha?
- 716: Dubartiin jaarsaan na hiiki yoo jetteen diliin isii maali?
- 713: Dubartoonni jama’aan hajjii godhuu danda’anii?
- 712: Dubartiin taaksii ajnabiin ofuun deemuu dandeettii?
- 705: Doktora dhiiraa harkatti dhaluun hayyamamaa?
Firummaa 75
- 724: Obboleessi Jaartii Tiyyaa Hedduu na Jibba. Akkam godhuu qaba?
- 711: Jaarsi kiyya abbaa kiyya akka hin gargaarre na dhoorke
- 676: Zakaa obboleessarratti baasuun danda’amaa?
- 662: Tajaajila keessatti haadhaafi abbaarraa kamtu caalmaa qaba?
- 659: Ilmaan Abbeerotaa wal fuudhuun haraami moo halaali?
Fuudhaafi Heeruma 114
- 722: Intalti an jaaladhee fuudhe Durbummaa hin qabdu. Akkam godha?
- 720: Gabbarri hukmii shari’aatti akkami?
- 716: Dubartiin jaarsaan na hiiki yoo jetteen diliin isii maali?
- 692: Namni bultii jaaruuf walii kakatee kakuu diige akkam godhuu qaba?
- 683: Dubra xixiqqoo heeruma hin gahin nikaaha namaa godhuun akkami?
Hajjii 27
- 713: Dubartoonni jama’aan hajjii godhuu danda’anii?
- 641: Intalti Heydii irra jirtu Ka’abaa Yoo Xawaafte Maaltu irrajira?
- 544: Sadarkaan Hajjiin Islaamummaa keessatti qabdu maali?
- 543: Sadarkaan Umraa fi Hajjii walqixa tahuu ni dandahaa?
- 542: Sirna Hajjii keessatti hikmaaleen ijoon garsiifaman maal fa’a?
Halaalaa fii Haarama 154
- 723: Namni mana na wajji kireeffate muuziqaa dhageeyfata
- 664: Hoteela foon booyyee itti gurguramu keessa hojjachuun akkami?
- 597: Horii wayta qalan osoo hin du’in mataa irraa muruun akkami?
- 596: Garbuu Oomishanii Warshaa Biqilaatti Gurguruun Hayyamamaa?
- 578: Afeerraa namni ribaa nyaatu qopheesserratti hirmaachuun danda’amaa?
Hawaasummaa 91
- 723: Namni mana na wajji kireeffate muuziqaa dhageeyfata
- 711: Jaarsi kiyya abbaa kiyya akka hin gargaarre na dhoorke
- 693: Nama Muslima hin tahin waliin afooshaa seenuun hayyamamaa?
- 656: Nama waa namaa kennee namatti gaabbu akkam godhan?
- 643: Nama Zinaa Dalagutti Mana Kireessuun Ni Tahaa?
Ibaadaa 63
- 717: Aqiiqaa daa’imaa haadha moo abbaatu baasa?
- 709: Namni tokko osoo salaatarra jiru yoo fedhiin saalaa itti ka’ee, bishaan irraa yaa’e salaatni sun ni badaa?
- 537: Dahaba warra kiyyaaf bitee jira akkasuma qawweellee.
- 527: Salaata gabaabsuun yoom eeyyamama ?
- 420: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda’aa?
Qulqullina 70
- 703: Yeroo wuduu’a godhan akkamitti kaalsii irra haqan?
- 702: Gogaa Qeerransaa uffachuun akka shari’aa islaamaatti akkamitti laallama?
- 699: Kittaannaan dhiiraa fi dhalatti garaagarummaa qabaa?
- 686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?
- 679: Haadha Warraa Dhungachuun Wuduu’a Namarraa Diigaa?
Qur'aanaa fii Hadiisa 33
- 678: Sujuud at-tilaawaan waajibaa?
- 612: Dubartiin Heydii Irra Jirtu Qur’aana Akkamitti Qaraati?
- 599: Aayatul Kursii Salaata booda qara’uun waajiba moo Sunnaa?
- 568: Qulqullina malee Qur’aana tuquun akkami? Namni Kiristaanaa Qur’aana tuquu danda’aa?
- 507: Tafsiira beekanii qara’uu fi akkasumatti qara’uun garaagarummaa qabaa?
Salaata 162
- 718: Qur’aana osoo hin qara’in salaanni ni tahaa?
- 709: Namni tokko osoo salaatarra jiru yoo fedhiin saalaa itti ka’ee, bishaan irraa yaa’e salaatni sun ni badaa?
- 706: Huccuu Masqala qabduun Salaatuun akkami?
- 698: Adurreen salaata ni balleessitii?
- 696: Azkaara Salaata waajibaa boodaa yeroo biroo yoo qara’e akkami?
Zakaah 24
- 719: Maallaqa nama biraa qabu irraa zakaa ni baasaa?
- 701: Mallaqa namni nama bira kaayate irraa zakaa akkamitti baasan?
- 676: Zakaa obboleessarratti baasuun danda’amaa?
- 673: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naannahe akkam godhan?
- 628: Mallaqa biyyaa qaban akkamitti zakaa irraa baasan?
- Sagantaa Raadiyoo Nuuralhudaa Karaa Kamiin Dhageeffadha?
- Akkamitti Miseensa Nuuralhudaa tahuu dandaya?
-
Ulamaa’iin Nuuralhudaa irratti deebisaa kennan Eenyu fa?
Ulamaa’iin haga ammaatti Fataawaa Nuuralhudaa irratti hirmaatan;
1. Sheikh Jaabir Abdallaah (Dr. Liwaa’ulislaam)
2. Sheikh Alii Jimmaa (Abuu Khaalid)
3. Sheikh Abdussalaam Xaahir
4. Dr. JIbriil Qamar
5. Sheikh Muhammad Haamiddiin
6. Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Ulamaa’iin amma booda hirmaachuuf karoora qaban;
- Dr. Jeylaan Haaji Kadiir
- Sheikh Yuusuf ciroo fii Ulamaa’ilee gurguddoo birootis hirmaachisuuf tattaafii godhutti jirra in shaa ALLAAH.
-
Deebisaan Fataawaa Nuuralhudaa yoo Qur’aanafi Hadiisa Sahiihaan walitti bu’e maal godha?
hanga danda’ameen nuti deebisaa Qur’aanaafi hadiisaan walitti bu’u hin dhiheessinu. yoo dogongora akkasii argite deebisaa nuti maxxansine ofirraa dhiisii Qur’aanaafi hadiisa hordofi. dogongora nurraa argites gama keessaatiin nuu katabi. in shaa ALLAAH dogongora keenya sirreeffachuuf qophiidha.
-
Gaafii ariifachiisaa ammatti deebisaa barbaadu qaba.
Gaafii ariifachiisaa ulamaa’ii sitti dhihoo jiran gaafadhu. ykn ulamaa’ii beeytu telefoonaan gaafadhu.
-
Gaafii haaraya karaa kamiin gaafachuu dandaya?
Yeroo gaafii haaraya keessummeessinu kallattii hundaan beeksisa maxxansina. Facebook, Telegram, WhatsApp fii Twitter irratti beeksisa maxxansina. kanaafuu beeksisa maxxanfamu hordofi.