header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransii Islaamaa Alhada boruu geggeeffamu irratti hirmaatuuf keessummoonni magaalaa Dasee seenaa jiran

Konfiransii Islaamaa Alhada boruu magaalaa Dasee Istaadiyeemii Hooxee keessatti geggeeffamu irratti hirmaachuuf,  keessummoonni naannolee adda addaa irraa gara magaalatti seenaa jiran. Ummanni magaalaa Dasee fi naannawa isiitis gara buufata Xiyyaara magaalaa Kombolchaatti argamuutti imaluun, haala ho’aa ta’een keessummoota isaanii simataa jira.

Konfiransii guddaa kana irratti Mufti haaj Umar Idriis, Ustaaz Ahmaddiin Jabal fi Ustaaz Abubakar Ahmad dabalatee keessummoonni heddu irratti argamu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button