Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransiin Araaraa fi Nageenyaa geggeeffame.

Guyyaa kaleessa dhimmoota hawaasa muslimaa jidduu jiru akka qoratanii yaada furmaataa dhiheessaniif  Koreen miseensota 9 qabu hundeeffame. Guyyaa hardhaa  ammo Mana Marii Dhimmoota Islaamaa keessatti Konfiransiin Nageenyaa fi Araaraa kan geggeeffame tahuun beekameera.

 

Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close