Konfiransiin Islaamaa guddaan Istaadiyeemii magaalaa Harar keessatti geggeefamaa jira

Konfiransii fi Sagantaan marii Istaadiyoomii magaalaa Harar keessatti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Konfiransii kana irratti Koreen Hawaasa Muslimaa, Ulaamaa’onni gurguuddooni fi Daa’iiwwan heddu kan argaman tahuu beekameera. Ummanni magaalaa Harar fi naannawa isii Kumaatamaan lakkaahamu sagantaa kana irratti argamee jira.

Comments
Loading...